{"id":1843,"date":"2021-09-25T16:30:40","date_gmt":"2021-09-25T11:00:40","guid":{"rendered":"https:\/\/www.it-testserver.com\/iaip\/?page_id=1843"},"modified":"2022-12-19T19:00:30","modified_gmt":"2022-12-19T13:30:30","slug":"bulbula-iaip-about-2","status":"publish","type":"page","link":"https:\/\/iaip.gov.et\/om\/bulbula-iaip-about-2\/","title":{"rendered":"About BULBULA"},"content":{"rendered":"
\n\t\t\t\t\t\t
\n\t\t\t\t\t\t
\n\t\t\t\t\t
\n\t\t\t
\n\t\t\t\t\t\t
\n\t\t\t\t
\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\"\"\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t\t<\/div>\n\t\t<\/div>\n\t\t\t\t\t<\/div>\n\t\t<\/section>\n\t\t\t\t
\n\t\t\t\t\t\t
\n\t\t\t\t\t
\n\t\t\t
\n\t\t\t\t\t\t
\n\t\t\t\t
\n\t\t\t
Haala:<\/h5>\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t
\n\t\t\t\t
\n\t\t\t\t\t\t\t

Paarkiin Industirii Qonna Walsimaa Bulbulaa<\/strong> kan argamu yoo ta\u2019u iddoo tarsimo\u2019aa handhuura sulula guddaa Ethiopia. Hara Langannoo fi Hara Abiyaataa jidduutti argama. Bulchiinsi isaas korporeeshinii paarkota Industirii Oromiyaa jala<\/strong> (www.oipdc.org.et\/).<\/p>

Paarkiin Industry Qonna Walsimaa Bulbulaa wntoota akka Baankii, ijaarsa balfa qulqulleessu, kilinika, Buufata poolisii, wiirtuulee leenjii fi fasilitiiwwan bulchiinsaa kan qabuudha. paarkiin kun geejjiba baaburaa, daandii saffisaa (Mojoo-Hawaasaa) dhaqu, Magaalaa guddoo biyyatti, buufata roophilaa Finfinnee, Buufata Doonii goggogaa Mojoo fi daandii guddaa gara Jibuutii geessu cinaatti argama. Hoteelonnii fi loojiiwwan hawwatan magaalaa Adaamaa, Bishooftuu, Baatuu, Shaashamannee fi KKF dhiyeenyatti argamu.<\/p>

Paarkiin Industry Qonna Walsimaa Bulbulaa diinagdee biyyaa guddisuu, hiyyummaa hir\u2019isuu, inveestarootaa qonna omisha nyaataa fi kan kana fakkaatu irratti bobba\u2019aniif haala mijaawaa uumuu, hawaasa baadiyaaf carraa hojii uumuu, yeroo hojiin qonnaa hinjirre ummataaf carra galii argachuu uumuu fi jiruu fi jireenya ummata baadiyaa fooyyessuu irratti gahee guddaa taphata.<\/p>

Liinkiiwwan Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessaa kanneen qunnamtii qaban keessa tokko tokkoo Kan armaan gadii ti.<\/p>