Oromiyaan naannoolee Itiyoophiyaa keessatti argaman keessaa isa guddichaa fi jiddugala biyyattiitti kan argamuudha. Naannoon kun iddoo inveestaroonni maanufakchariingii gurguddaa fi jiddu galeessaa olaanoon itti argamaniidha. Naannoon keenya bu'uraalee misoomaa baay'ee gaarii ta’ee kanneen akka hootelaa kan qabuu fi daandii saffisaa dheeraa ta’een haala gaariin Finfinnee wajjiin kan walqunnamuudha. Kana malees, daandii baaburaa diriirsuuf karoorri qabamee jira. Manni hojii keenya, inveestaroonni biyyaa keessaa, inveestaroonni biyya alaa fi diyaaspooraan Paarkii Industrii Qonna Qindaa'aa Bulbulaatti dhuunfaanis ta’ee mootummaa waliin ta’uun akka hojjatan baay'ee jajjabeessina.
Miss Senait Mebrie Gofie
Hojii Raawwachiistu Olaanaa
271.00
Heektaara
Bali’na waliigalaa
135
Heektaara
Bal’ina lafa callaa tajaajilaaf qophaa’e
666o
m3/guyyaatti
Kenna Bishaanii
59.38
TDP
Balfa maddisiifamu:
0.045
USD / KWH
Baasii Eletiriikaa
45.95
MVA
Fedhii humnaa
Xiyyeeffannoo Ijoo:
Paarkiin Industirii Qonna Walsimaa Bulbulaa paarkii
hawwataa inveestimeentiif...
Tajaajila:
Paarkiin Industirii Qonna Walsimaa Bulbulaa paarkii ergama addaa qabuudha...
Saayit Pilaanii:
Bulbula IAIP Gate
Bulbula IAIP Administration Office
Bulbula IAIP Information KIOSK
Shecka Nordic shade inside view
Bulbula IAIP Managerial Residence
Bulbula IAIP Managerial Residence 3
Bulbula IAIP Managerial Residence 2
Banner_1260x400_Bulbula IAIP Admin Office
Bulbula IAIP training Zones
bulbula bird eye4
Bulbula Waste Water Treatment
Buufata poolisii
Mirkaneessitoota:
PIQW Bulbulaa iddoo fi faasilitii Kaampaanotaa fi investaroota biroof
PIQWn Bulbulaa fasilitiiwwan daldala keenyaaf barbaachisa hunda kan qabuu fi hojjattoota nama gargaaran gaarii qaba
Sadarkaa tajaajilaa fi qulqullina faasilitii PIQW Bulbulaatti baayee quufnee jirra.
Previous
Next